Not yet registered? Create a OverBlog!

Create my blog

Raabbiirraa Oromiyaa

Raabbiirraa Oromiyaa

http://boonsa-com.over-blog.com

Blogs

Raabbiirraa Oromiyaa

Raabbiirraa Oromiyaa

Namnii Hangaa beeku Dubbatee Hangaa Qufu Nyaaata.
Raabbiirraa Oromiyaa Raabbiirraa Oromiyaa
Articles : 56
Since : 06/05/2016

Articles to discover

Afaan Oromoo Afaan Hojii Mootummaa Federaalaa

Afaan Oromoo Afaan Hojii Mootummaa Federaalaa

Afaan Oromoo, Afaan Amaaratti dabalataan Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta'u nan qabsaa'a jechuun ibsi DHDUO xumura walgahii koree gidduu galeessa isaarratti baasee namoota garagaraatiin akka murtee gaariitti leellifamaa jira. Jiraataa magaalaa Finfinnee kan ta'an Obbo Tseggaayee Xilaahuun, "uummanni Oromoo bal'aan Finfinneerra jiru, waajjir
Gootichi WBO Zoonii kibbaa Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol galaafate.

Gootichi WBO Zoonii kibbaa Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol galaafate.

Gootichi WBO Zoonii kibbaa Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol galaafate. on March 13, 2018 105 Shares Share Tweet Pin Email Gootichi WBO Zoonii Kibbaa tarkaanfii humna gabroomfattuu waraana wayyaanee irratti fudhatu itti fufuun Bitootessa 12,2018 Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol hojiin ala godhe. (SBO/VOL – Bitootessa 13,2018) Gootichi WBO Zoonii

https://www.facebook.com/Raabbiirraa.Abdi/videos/1573111359475846/?t=18
 Obboo Olbaanaa Lelisaa Eenyuu? Waggaa Meeqaf Mana hidhaa Keessatti Dararamaanii?

Obboo Olbaanaa Lelisaa Eenyuu? Waggaa Meeqaf Mana hidhaa Keessatti Dararamaanii?

Uummanni Oromoo fi maatiin Obbo Olbaanaa Lelisaa baga gammaddan!! Aarsaan Obbo Olbaanaan kaffalan Dr # Mararaatti aanee kan Olbaanaa Leellisaa dursu hin jiru. Paartii ONC fi WFDO tokkomsuu keessatti gahee guddaa qabu. OFCf lafee dugdaa turan. Obbo Olbaanaan bara 2005 ONC bakka bu’anii filannoo injifachuun miseensa mana maree caffee Oromiyaa turan
Warraaqsa Barattoota Itoophiyaa Kan Durii fi Ammaa

Warraaqsa Barattoota Itoophiyaa Kan Durii fi Ammaa

Waggoota darban muraasa keessa barattoonni yunivarsitoota Itoophiyaa adda addaa keessatti argaman mormii siyaasaa fi sochiilee bal'aa gaggeessa turaniiru. Barattoonni itti cichanii sagalee uumatasaanii dhageesisaniiru. Sabaab waldhabuun mooraa yuuniversitoota Itoophiyaa keesatti rakkoo isa hammaataadha. Sababa waldhabdee yuuniversitii keesatti uuma
Ministira muummee Dr. Abiy Ahimad,irraa maaltu eegamaa?

Ministira muummee Dr. Abiy Ahimad,irraa maaltu eegamaa?

Jalqabaa irraatti gaaffilee uummanni Oromoo waggoota hedduuf kaasaa jiru sagantaa keessa galfachuun uummataa, paartilee siyaasaafi qaamoota adda addaa waliin mariisisuun walitti fiduu yoo danda'e haala rakkoo Oromiyaafi Itiyoophiyaaf nagaa argamsiisu danda'a. Ministirri Muummichaa kun mirgoota seeraafi heera biyyattii kennameef hundaatti fayyadamuu
Ministirri Ittisa Biyyaa rakkoo naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa keessatti uumame to’achuufi uummata naannichaa miidha jalaa baraaruuf bu’ura heera mootummaatiin tarkaanfii akka fudhatu ibsa galgala kana baaseen beeksisee jira.

Ministirri Ittisa Biyyaa rakkoo naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa keessatti uumame to’achuufi uummata naannichaa miidha jalaa baraaruuf bu’ura heera mootummaatiin tarkaanfii akka fudhatu ibsa galgala kana baaseen beeksisee jira. Raayyaan ittisa biyyaa humnoota nageenyaa kaan waliin ta’uun rakkoo Jigjigaa keessatti uumame to’achuuf yaaliin
Warraaqsa Barattoota Itoophiyaa Kan Durii fi Ammaa

Warraaqsa Barattoota Itoophiyaa Kan Durii fi Ammaa

March 1 2019 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa Waggoota darban muraasa keessa barattoonni yunivarsitoota Itoophiyaa adda addaa keessatti argaman mormii siyaasaa fi sochiilee bal'aa gaggeessa turaniiru. Barattoonni itti cichanii sagalee uumatasaanii dhageesisaniiru. Sabaab waldhabuun mooraa yuuniversitoota Itoophiyaa keesatti rakkoo isa hammaataadha